Русские видео

Сейчас в тренде

Иностранные видео


Скачать с ютуб Dawit Girma - Qulqulluudha dhiignikee (Official Video) 2016 в хорошем качестве

Dawit Girma - Qulqulluudha dhiignikee (Official Video) 2016 6 месяцев назад


Если кнопки скачивания не загрузились НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу страницы.
Спасибо за использование сервиса savevideohd.ru



Dawit Girma - Qulqulluudha dhiignikee (Official Video) 2016

The official music video for a song "Qulqulluudha Dhiignikee" by Dawit Girma. Music arrangment : Amanuel Gilo +251 93 296 4822 Mixing : Desalegn Megersa Mastering : Abegaz Shiota Bass : Melky Asefa L/Guitar : Abenezer  Mesinko : Degsew Flute : Dani  Video : BW Produced by Dawit Girma Fufa Costume : Leli Design Make up : Aby Makeup Qulqulluu x2 Qulqulluu dhaa Qulqulluu x2 Qulqulluu dhaa Qulqulluu dha dhiignike Inni cubbuukoof lola'ee Qulqulluu dha dhiignikee Inni ani ittiin yoona ga'e Qulqulluu dha seerrikee Matta'aa hin nyaatu nama irraa Qulqulluu dha seerrikee Inni gatii baase narraa(x2) Galanni kan keeti yaa mootiikoo Galanni kan keetii (x2) Galanni kan keeti Gooftaa kiyya Galanni kan keeti Gaalanni kan keeti Yaa Yesuuskoo Galanni kan keeti Si taanaan malee dhaba mo'uunko qofaako jiruun naa hin mijaa'uu Karaake malee har'a ga'uunko carraan ulfinaa kun nan ga'u Hojiiko badaa maranuu laalee naanuu yaaddoon keessa madeessa Dhiigaan mallatteessite fayyuuko sitti eenyu dhufee na hadheessa Utuu seerri salphinako gaaduu hirreenke tolaan na hirkisuu Yommuun taa'ee jaalalake yaadu seeliiwwan onneekoo dhikkisu Sitoo gulantaa kana naaf laate hammeenyi hamaa nan xinneessu Lubbuun kiyya siin walaba baate hamoonni hadheessa barreessu Akka har'aa miti waan kaleessaa du'u illee hin dedhu Waan baay'ee qabda ati na keessaa kanan jedhu Gaara irraa buutee dhoqqee dhooqaa dhiqxe miillakoo Ulfinaaf goote salphachuukeen nama akka koo Qulqulluu dha Waan xurii baasu dhiigaketu naaf gad-naqame Qulqulluu dha Waa malee hin faarsu bante saanqaako danqarame Qulqulluu dha Du'a na oolchuuf duute malee ati qulqulluu dha Qulqulluu dha Bakkako buutee hixaako fuute kun haqadha Yeroo namni gammadu ciisa garaanke Abbaatti fullaasuma baasa karaanke Sit-dhiigee na araarse Abbaatti Araaraanan jiraadhe hamma har'aatti Namaaf nama taate malee ati hafuura Anaaf malee eenyu dhagaa sitti guura Situ naaf kenne namaan nan hankaaku irra adeemeen ce'e waan biyyi daaku Afaanko dhageessa ittiinan si waama Qofaake nageessa gubaan kiyya dhaama Sit-dhiigee na araarse Abbaatti Araaraanan jiraadhe hamma har'aatti Cubbuuko cabsuuf kan lubbuu tola laatte mee maal jedhuu waanke garaako na nyaatte Yoon yaadu garaanko na ciisaa Faarsaan dhangalaasa gatiisaa Siidaa godanaa gararraa ga'uu Kiraara ribuunuu ragaa ba'uu Hirbuu afaan Uuma kakuu barii Hin haalu hin hadheessu ani gaarii (x2) Furtuu karra Abbaa mana naaf banuu Fannookeen fayyee abadan sin ganuu Ergamaa moti kan garaa naaf laafee Karaaken qilee miliqee hafe (x2) Mee maaf kijibaan kataban dharee Sanfaatu dhalootatti danqaree Barsiisu wallaalchisa waan ganuu Dubbiinke naaf waan cufaa naaf banu (x2) Kanaafan ciniinadhee cuuttaraa Fannoo kiyya baattadheen daakkaraa Buddeena hin boraafadhu beelakoo Waggaa kiyya dhuunfadhu waaqako (x2) Hudhee quncucee daddaraara Dameen muka abdiiko hin maseenu Dubbiinke dallaako ijaara Liqiif gadadoon ol hin seenu Kolfan kata'a gammachuuko Fagoodha hin dhiyaatu dhibeeni Na eegu jarreen gad-jechuuko Si faarsu kan kiyya dibbeenii

Comments